Baʼuu 20:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennu keessatti bara dheeraa akka jiraattuuf,+ abbaa kee fi haadha tee kabaji.+ Efesoon 6:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ajajni jalqabaa, “Abbaa kee fi haadha tee kabaji”+ jedhu eebba akkana jedhu qabateera: 3 “Kunis gaarii akka siif taʼuu* fi umuriin kee lafa irratti akka dheeratuufi.”
12 “Biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennu keessatti bara dheeraa akka jiraattuuf,+ abbaa kee fi haadha tee kabaji.+
2 Ajajni jalqabaa, “Abbaa kee fi haadha tee kabaji”+ jedhu eebba akkana jedhu qabateera: 3 “Kunis gaarii akka siif taʼuu* fi umuriin kee lafa irratti akka dheeratuufi.”