LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 21:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Namni abbaa isaa yookiin haadha isaa rukutu haa ajjeefamu.+

  • Leewwota 19:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “‘Tokkoon tokkoon namaa haadha isaa fi abbaa isaa haa kabaju;*+ sanbatawwan koos eegaa.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.

  • Keessa Deebii 27:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “‘Namni abbaa isaa yookiin haadha isaa tuffatu abaaramaa haa taʼu.’+ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’ jedhanii deebisu.)

  • Fakkeenya 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yaa ilma koo, adaba abbaa keetii dhagaʼi,+

      Barumsa* haadha teetiis hin dhiisin.+

  • Maarqos 7:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Fakkeenyaaf Museen, ‘Abbaa kee fi haadha tee kabaji’+ akkasumas, ‘Namni abbaa isaa yookiin haadha isaatti wanta hamaa dubbatu* haa ajjeefamu’+ jedheera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi