LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “‘Tokkoon tokkoon namaa haadha isaa fi abbaa isaa haa kabaju;*+ sanbatawwan koos eegaa.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.

  • Fakkeenya 31:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Afaan ishii ogummaadhaan banatti;+

      Seerri gaarummaa* arraba ishii irra jira.

  • 2 Ximotewos 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Amantii kee isa fakkeessaa hin qabne+ isa jalqaba akkoo tee Looyisii fi haadha tee Ewunqee keessa ture nan yaadadha, si keessas akka jiru nan amana.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi