LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 20:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “Guyyaa Sanbataa qulqulluu gootee eeguu hin dagatin.+

  • Baʼuu 20:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Sababiin isaas, Yihowaan guyyaa jaʼa keessatti samii, lafa, galaanaa fi wantoota isaan keessa jiran hundumaa erga uumee booda, guyyaa torbaffaatti boqochuu jalqabeera.+ Yihowaan guyyaa Sanbataa kan eebbisee fi qulqulluu kan godhe kanaafi.

  • Baʼuu 31:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Akkana jedhii Israaʼelotatti dubbadhu: ‘Ani Yihowaan isa isin qulqulleessu akkan taʼe akka beektaniif, guutummaa dhaloota keessanii keessatti mallattoo waan taʼeef, keessumaa sanbatawwan koo kabajaa.+

  • Luqaas 6:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis, “Ilmi namaa Gooftaa Sanbataa ti”+ isaaniin jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi