Maatewos 12:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sababiin isaas, Ilmi namaa Gooftaa Sanbataa ti.”+ Maarqos 2:27, 28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Achiis akkana isaaniin jedhe: “Sanbatatu namaaf uumame+ malee, namni Sanbataaf hin uumamne. 28 Kanaafuu, Ilmi namaa Sanbataaf illee Gooftaa dha.”+
27 Achiis akkana isaaniin jedhe: “Sanbatatu namaaf uumame+ malee, namni Sanbataaf hin uumamne. 28 Kanaafuu, Ilmi namaa Sanbataaf illee Gooftaa dha.”+