Maarqos 2:27, 28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Achiis akkana isaaniin jedhe: “Sanbatatu namaaf uumame+ malee, namni Sanbataaf hin uumamne. 28 Kanaafuu, Ilmi namaa Sanbataaf illee Gooftaa dha.”+ Luqaas 6:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Achiis, “Ilmi namaa Gooftaa Sanbataa ti”+ isaaniin jedhe.
27 Achiis akkana isaaniin jedhe: “Sanbatatu namaaf uumame+ malee, namni Sanbataaf hin uumamne. 28 Kanaafuu, Ilmi namaa Sanbataaf illee Gooftaa dha.”+