-
Baʼuu 21:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 “Namni abbaa isaa yookiin haadha isaa abaaru kam iyyuu haa ajjeefamu.+
-
-
Leewwota 20:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “‘Namni abbaa isaa yookiin haadha isaa abaaru kam iyyuu mamii tokko malee haa ajjeefamu.+ Inni abbaa isaa yookiin haadha isaa waan abaareef, dhiigni isaa mataa isaa irra ni taʼa.
-
-
Fakkeenya 20:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Namni abbaa isaa fi haadha isaa abaaru kam iyyuu,
Yommuu dukkanaaʼutti ibsaan isaa ni dhaama.+
-