-
Baʼuu 21:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 “Namni abbaa isaa yookiin haadha isaa abaaru kam iyyuu haa ajjeefamu.+
-
-
Keessa Deebii 27:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “‘Namni abbaa isaa yookiin haadha isaa tuffatu abaaramaa haa taʼu.’+ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’ jedhanii deebisu.)
-
-
Fakkeenya 20:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Namni abbaa isaa fi haadha isaa abaaru kam iyyuu,
Yommuu dukkanaaʼutti ibsaan isaa ni dhaama.+
-