Baʼuu 20:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennu keessatti bara dheeraa akka jiraattuuf,+ abbaa kee fi haadha tee kabaji.+ Keessa Deebii 5:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “‘Biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennu keessatti bara dheeraa akka jiraattuu fi badhaadhaa akka taatuuf,*+ akkuma Waaqni kee Yihowaan si ajajetti abbaa kee fi haadha tee kabaji.+ Efesoon 6:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ajajni jalqabaa, “Abbaa kee fi haadha tee kabaji”+ jedhu eebba akkana jedhu qabateera:
12 “Biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennu keessatti bara dheeraa akka jiraattuuf,+ abbaa kee fi haadha tee kabaji.+
16 “‘Biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennu keessatti bara dheeraa akka jiraattuu fi badhaadhaa akka taatuuf,*+ akkuma Waaqni kee Yihowaan si ajajetti abbaa kee fi haadha tee kabaji.+