LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 20:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 “‘Dhiirri yookiin dubartiin eker dubbistuu yookiin raagduu taʼan* kam iyyuu mamii tokko malee haa ajjeefaman.+ Sabichi dhagaadhaan tumee isaan haa ajjeesu. Dhiigni isaanii isaan irra ni taʼa.’”

  • Hojii Ergamootaa 16:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Gaaf tokko gara bakka kadhannaa dhaqaa utuu jirruu, tajaajiltuun hafuura xuraaʼaa hooda* dubbachiisu qabdu tokko+ nutti dhufte. Ishiin hooda dubbachuudhaan gooftolii ishiitiif buʼaa hedduu argamsiisti turte.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi