Leewwota 19:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 “‘Isaan akka isin hin xureessineef eker dubbistoota bira hin dhaqinaa;+ raagdotas hin gaafatinaa.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha. Leewwota 20:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “‘Nama* isaanii wajjin karaa hafuuraa sagaagalummaa raawwachuuf gara eker dubbistootaa+ fi gara raagdotaatti+ garagale kam iyyuu, ani dhugumaan itti garagalee saba isaa gidduudhaa isa nan balleessa.*+
31 “‘Isaan akka isin hin xureessineef eker dubbistoota bira hin dhaqinaa;+ raagdotas hin gaafatinaa.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.
6 “‘Nama* isaanii wajjin karaa hafuuraa sagaagalummaa raawwachuuf gara eker dubbistootaa+ fi gara raagdotaatti+ garagale kam iyyuu, ani dhugumaan itti garagalee saba isaa gidduudhaa isa nan balleessa.*+