1 Seenaa Baraa 10:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Akka kanaan Saaʼol Yihowaadhaaf amanamaa waan hin taaneef ni duʼe; sababiin isaas, inni dubbii Yihowaatiif hin ajajmne,+ akkasumas eker dubbistuu ni gaafate;+
13 Akka kanaan Saaʼol Yihowaadhaaf amanamaa waan hin taaneef ni duʼe; sababiin isaas, inni dubbii Yihowaatiif hin ajajmne,+ akkasumas eker dubbistuu ni gaafate;+