Leewwota 20:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “‘Nama* isaanii wajjin karaa hafuuraa sagaagalummaa raawwachuuf gara eker dubbistootaa+ fi gara raagdotaatti+ garagale kam iyyuu, ani dhugumaan itti garagalee saba isaa gidduudhaa isa nan balleessa.*+ 1 Saamuʼel 28:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Dhuma irrattis Saaʼol tajaajiltoota isaatiin, “Dubartii ekeraa dubbistu+ naaf barbaadaa; anis dhaqeen ishii gaafadha” jedhe. Tajaajiltoonni isaas, “Kunoo, dubartiin ekeraa dubbistu tokko Een Door+ keessa jirti” jedhanii isaaf deebisan.
6 “‘Nama* isaanii wajjin karaa hafuuraa sagaagalummaa raawwachuuf gara eker dubbistootaa+ fi gara raagdotaatti+ garagale kam iyyuu, ani dhugumaan itti garagalee saba isaa gidduudhaa isa nan balleessa.*+
7 Dhuma irrattis Saaʼol tajaajiltoota isaatiin, “Dubartii ekeraa dubbistu+ naaf barbaadaa; anis dhaqeen ishii gaafadha” jedhe. Tajaajiltoonni isaas, “Kunoo, dubartiin ekeraa dubbistu tokko Een Door+ keessa jirti” jedhanii isaaf deebisan.