LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 22:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Falfaltuun lubbuudhaan akka jiraattu hin godhin.+

  • Leewwota 19:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 “‘Isaan akka isin hin xureessineef eker dubbistoota bira hin dhaqinaa;+ raagdotas hin gaafatinaa.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.

  • Leewwota 20:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “‘Nama* isaanii wajjin karaa hafuuraa sagaagalummaa raawwachuuf gara eker dubbistootaa+ fi gara raagdotaatti+ garagale kam iyyuu, ani dhugumaan itti garagalee saba isaa gidduudhaa isa nan balleessa.*+

  • 1 Saamuʼel 15:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 sababiin isaas, ajajamuu diduun+ hooda dubbachuu,+ of tuuluunis mora raawwachuu fi waaqolii tolfamoo* waaqeffachuu wajjin tokko dha. Dubbii Yihowaa waan tuffatteef,+ innis ati mootii akka hin taane si tuffateera.”+

  • 1 Saamuʼel 28:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yeroo kanatti Saamuʼel duʼee ture; Israaʼelonni hundis isaaf booʼanii magaalaa isaa Raamaa keessatti isa awwaalanii turan.+ Saaʼolis eker dubbistootaa fi raagdota biyyattii keessaa balleessee ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi