LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 3:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kanaafuu, ani dhiphina harka namoota Gibxiitiin isin irra gaʼu jalaa isin baasee,+ gara biyya Kanaʼaanotaa, Heetotaa, Amoorotaa,+ Pheriizotaa, Hiiwotaa fi Yebuusotaatti,+ gara biyya aannanii fi damma maddisiistutti+ isin nan galcha jedheera.”’

  • Baʼuu 6:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kana malees biyya ani Abrahaam, Yisihaaqii fi Yaaqoobiif kennuuf kakadhetti* isin nan galcha; isas dhaalaan isiniif nan kenna.+ Ani Yihowaa dha.’”+

  • Keessa Deebii 8:7-9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan biyya gaarii,+ biyya lageen* qabdu, biyya burqaawwanii fi fincaaʼaawwan* dirree keessa, akkasumas naannoo gaarotaa keessa yaaʼan qabdutti si galcha; 8 biyya qamadii fi garbuutti, biyya mukeetii wayiniitti, biyya mukeetii harbuutti, biyya romaaniitti,+ biyya zayitii ejersaattii fi biyya dammaatti,+ 9 biyya hanqinni midhaanii hin jirrettii fi ati homaa keessaa hin dhabnetti, biyya dhagoonni ishii sibiila qabanitti, biyya gaarota ishii irraa sibiila diimaa baafattuttis si galcha.

  • Hisqiʼel 20:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Guyyaa sanatti biyya Gibxii keessaa isaan baasee gara biyyan isaaniif filadhetti,* biyya aannanii fi damma maddisiistutti akkan isaan galchu nan kakadhe.+ Ishiin biyyoota hundumaa caalaa bareedduu* turte.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi