Iyyaasuu 7:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Israa’el cubbuu hojjeteera. Isaan kakuu koo isa akka eeganiif ani isaan ajaje cabsaniiru.+ Wanta guutummaatti balleeffamuu qabu hatanii+ fudhachuudhaan+ qabeenya isaanii gidduu dhokfataniiru.+
11 Israa’el cubbuu hojjeteera. Isaan kakuu koo isa akka eeganiif ani isaan ajaje cabsaniiru.+ Wanta guutummaatti balleeffamuu qabu hatanii+ fudhachuudhaan+ qabeenya isaanii gidduu dhokfataniiru.+