Leewwota 20:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “‘Dhiirri tokko dubartii takkaa fi intala ishii yoo fuudhe, kun gocha qaanessaa* dha.+ Gochi qaanessaa taʼe kun isin gidduutti akka itti hin fufneef, innis taʼe isaan ibiddaan haa gubaman.+
14 “‘Dhiirri tokko dubartii takkaa fi intala ishii yoo fuudhe, kun gocha qaanessaa* dha.+ Gochi qaanessaa taʼe kun isin gidduutti akka itti hin fufneef, innis taʼe isaan ibiddaan haa gubaman.+