-
Leewwota 10:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Zayitiin dibataa Yihowaa isin irra waan jiruuf, isin balbala dunkaana walgaʼii irraa hin fagaatinaa; taʼuu baannaan garuu ni duutu.”+ Kanaafuu, isaan akkuma Museen jedhe ni godhan.
-