-
Leewwota 8:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Dhuma irratti zayitii dibataa sana irraa muraasa isaa mataa Aaron irratti dhangalaase; isa qulqulleessuufis isa dibe.+
-
-
Leewwota 21:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Abbaa isaa yookiin haadha isaa yoo taʼan illee, inni akka of hin xureessineef nama duʼe* kamitti iyyuu hin dhihaatin.+ 12 Mallattoon of murteessuu isaa argisiisu, jechuunis zayitiin dibataa kan Waaqa isaatii+ taʼe sun isa irra waan jiruuf, inni iddoo qulqulluu keessaa hin baʼin; iddoo qulqulluu Waaqa isaatiis hin xureessin.+ Ani Yihowaa dha.
-