Baʼuu 29:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Aaronii fi ilmaan isaa balbala dunkaana walgaʼii duratti+ dhiheessitee bishaaniin isaan dhiqxa.+ Baʼuu 29:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 zayitii dibataa*+ sanas fuudhiitii mataa isaa irratti dhangalaasiitii isa dibi.+ Baʼuu 30:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Isaan anaaf luboota taʼanii akka tajaajilaniif+ Aaronii+ fi ilmaan isaa ni dibda,+ akkasumas ni qulqulleessita. Baʼuu 40:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Uffatawwan qulqulluu sana Aaronitti uwwisi;+ isa dibi;+ akkasumas isa qulqulleessi; innis anaaf luba taʼee ni tajaajila. Leewwota 21:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “‘Obboloota isaa keessaa lubni ol aanaan inni zayitiin dibataa mataa isaa irratti dhangalaʼee+ fi uffata lubummaa akka uffatu muudame,*+ mataa isaa filachuu dhiisuu yookiin uffata isaa tarsaasuu hin qabu.+ Faarfannaa 133:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Inni akka zayitii gaarii mataa irratti dhangalaʼee+Hamma areedaatti,Hamma areeda Aaronitti+ gad buʼuu,Kolleettaa uffata isaa irras gad yaaʼuu ti.
30 Isaan anaaf luboota taʼanii akka tajaajilaniif+ Aaronii+ fi ilmaan isaa ni dibda,+ akkasumas ni qulqulleessita.
13 Uffatawwan qulqulluu sana Aaronitti uwwisi;+ isa dibi;+ akkasumas isa qulqulleessi; innis anaaf luba taʼee ni tajaajila.
10 “‘Obboloota isaa keessaa lubni ol aanaan inni zayitiin dibataa mataa isaa irratti dhangalaʼee+ fi uffata lubummaa akka uffatu muudame,*+ mataa isaa filachuu dhiisuu yookiin uffata isaa tarsaasuu hin qabu.+
2 Inni akka zayitii gaarii mataa irratti dhangalaʼee+Hamma areedaatti,Hamma areeda Aaronitti+ gad buʼuu,Kolleettaa uffata isaa irras gad yaaʼuu ti.