Lakkoofsa 3:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Maqaan ilmaan Aaron, inni angafaa Naadaab, achiis Abihuu,+ Eleʼazaarii+ fi Itaamaar+ ture. 3 Maqaan ilmaan Aaron luboota taʼanii dibamanii fi luboota taʼanii akka tajaajilaniif muudamanii* kana ture.+
2 Maqaan ilmaan Aaron, inni angafaa Naadaab, achiis Abihuu,+ Eleʼazaarii+ fi Itaamaar+ ture. 3 Maqaan ilmaan Aaron luboota taʼanii dibamanii fi luboota taʼanii akka tajaajilaniif muudamanii* kana ture.+