Baʼuu 6:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Aaron Elishebaa ishii intala Aminaadaabii fi obboleettii Naʼaasoon+ taate ni fuudhe. Ishiinis Naadaab, Abihuu, Eleʼazaarii fi Itaamaariin isaaf ni deesse.+ Baʼuu 38:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Museen miʼawwan godoo qulqulluu, jechuunis miʼawwan godoo qulqulluu Dhugaa Baatuu+ sanaa akka galmeeffaman ni ajaje; Leewwonnis+ qajeelfama Itaamaar+ ilma Aaron lubichaa jala taʼanii itti gaafatamummaa kana ni raawwatan. 1 Seenaa Baraa 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ijoolleen* Amraam,+ Aaron,+ Musee+ fi Miiriyaam+ turan. Ilmaan Aaron immoo, Naadaab, Abihuu,+ Eleʼazaarii+ fi Itaamaar+ turan.
23 Aaron Elishebaa ishii intala Aminaadaabii fi obboleettii Naʼaasoon+ taate ni fuudhe. Ishiinis Naadaab, Abihuu, Eleʼazaarii fi Itaamaariin isaaf ni deesse.+
21 Museen miʼawwan godoo qulqulluu, jechuunis miʼawwan godoo qulqulluu Dhugaa Baatuu+ sanaa akka galmeeffaman ni ajaje; Leewwonnis+ qajeelfama Itaamaar+ ilma Aaron lubichaa jala taʼanii itti gaafatamummaa kana ni raawwatan.
3 Ijoolleen* Amraam,+ Aaron,+ Musee+ fi Miiriyaam+ turan. Ilmaan Aaron immoo, Naadaab, Abihuu,+ Eleʼazaarii+ fi Itaamaar+ turan.