-
Hojii Ergamootaa 7:37, 38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 “Museen inni ilmaan Israaʼeliin, ‘Waaqayyo obboloota keessan gidduudhaa raajii akka kootii isiniif ni kaasa’ jedhes isuma kana dha.+ 38 Inni isa, maleekaa+ isa Gaara Siinaa irratti isattii fi abbootii keenyatti dubbate+ sanaa wajjin lafa onaa keessa saba Israaʼel gidduu ture sana dha; inni, nuu kennuudhaaf dubbii Waaqayyoo isa jiraataa fudhate.+
-