Baʼuu 6:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Aaron Elishebaa ishii intala Aminaadaabii fi obboleettii Naʼaasoon+ taate ni fuudhe. Ishiinis Naadaab, Abihuu, Eleʼazaarii fi Itaamaariin isaaf ni deesse.+ Lakkoofsa 4:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Tajaajilli maatiiwwan Geershonotaa dunkaana walgaʼii keessatti raawwatan kana dha;+ isaan qajeelfama Itaamaar+ ilma Aaron lubichaa jala taʼanii itti gaafatamummaa isaanii ni raawwatu. 1 Seenaa Baraa 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ijoolleen* Amraam,+ Aaron,+ Musee+ fi Miiriyaam+ turan. Ilmaan Aaron immoo, Naadaab, Abihuu,+ Eleʼazaarii+ fi Itaamaar+ turan.
23 Aaron Elishebaa ishii intala Aminaadaabii fi obboleettii Naʼaasoon+ taate ni fuudhe. Ishiinis Naadaab, Abihuu, Eleʼazaarii fi Itaamaariin isaaf ni deesse.+
28 Tajaajilli maatiiwwan Geershonotaa dunkaana walgaʼii keessatti raawwatan kana dha;+ isaan qajeelfama Itaamaar+ ilma Aaron lubichaa jala taʼanii itti gaafatamummaa isaanii ni raawwatu.
3 Ijoolleen* Amraam,+ Aaron,+ Musee+ fi Miiriyaam+ turan. Ilmaan Aaron immoo, Naadaab, Abihuu,+ Eleʼazaarii+ fi Itaamaar+ turan.