LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 24:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Achiis inni Museedhaan akkana jedhe: “Ati, Aaron, Naadaab, Abihuunii+ fi jaarsoliin Israaʼel 70ni gara Yihowaatti ol baʼaatii fagoodhaa sagadaa.

  • Leewwota 10:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Boodas ilmaan Aaron kan taʼan Naadaabii fi Abihuun+ qodaa ibiddaa fuudhanii ibidda erga itti naqanii booda ixaana+ isa irra kaaʼan. Achiis Yihowaa duratti ibidda isa hin heyyamamne,+ jechuunis isa inni akka raawwatan isaan hin ajajne dhiheessuu jalqaban.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi