- 
	                        
            
            Baʼuu 30:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Ixaana hin heyyamamne+ yookiin aarsaa gubamu yookiin aarsaa midhaanii achi irratti hin dhiheessinaa; aarsaa dhugaatiis achi irratti hin dhangalaasinaa.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Leewwota 16:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
16 Ilmaan Aaron lamaan gara Yihowaatti dhihaachuu isaaniitiin kan kaʼe erga duʼanii booda Yihowaan Museetti ni dubbate.+ 2 Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Ani duumessa+ keessatti qadaadicha gubbaatti waanan mulʼadhuuf,+ inni akka hin duuneef+ golgicha+ keessa gara iddoo qulqulluutti,+ jechuunis gara qadaada isa Taaboticha irra jiru fuulleetti yeruma barbaadetti akka hin seenne obboleessa kee Aaronitti himi.
 
 -