Baʼuu 6:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Eleʼazaar+ ilmi Aaron ijoollee durbaa Putiʼel keessaa tokko ni fuudhe. Ishiinis Finahaasiin+ isaaf ni deesse. Kanneen kun akka maatiiwwan isaaniitti dura buutota manneen abbootii Leewwotaa turan.+ Keessa Deebii 10:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “Achiis Israa’elonni Beʼeerot Benee Yaʼaaqaan irraa kaʼanii gara Moseraa dhaqan. Aaron achitti duʼee awwaalame;+ ilmi isaa Eleʼazaaris bakka isaa luba taʼee tajaajiluu jalqabe.+
25 Eleʼazaar+ ilmi Aaron ijoollee durbaa Putiʼel keessaa tokko ni fuudhe. Ishiinis Finahaasiin+ isaaf ni deesse. Kanneen kun akka maatiiwwan isaaniitti dura buutota manneen abbootii Leewwotaa turan.+
6 “Achiis Israa’elonni Beʼeerot Benee Yaʼaaqaan irraa kaʼanii gara Moseraa dhaqan. Aaron achitti duʼee awwaalame;+ ilmi isaa Eleʼazaaris bakka isaa luba taʼee tajaajiluu jalqabe.+