-
Lakkoofsa 20:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Achiis Yihowaan Gaara Hoor isa daangaa biyya Edoomitti argamutti Musee fi Aaroniin akkana jedhe: 24 “Aaron gara saba isaatti walitti ni qabama.*+ Lamaan keessan iyyuu ajaja koo isan bishaan Mariibaa ilaalchisee kenne irratti waan finciltaniif, inni gara biyya ani Israaʼelotaaf kennutti hin galu.+
-
-
Lakkoofsa 33:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Achiis Moseroot keessaa baʼanii Benee Yaʼaaqaan+ keessa buufatan.
-