LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 20:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Boodas Yihowaan Musee fi Aaroniin, “Isin ana irratti amantii waan dhabdaniif, saba Israaʼel durattis waan na hin qulqulleessineef, gumii kana gara biyya ani isaaniif kennutti hin galchitan” jedhe.+

  • Keessa Deebii 32:51, 52
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 sababiin isaas, lamaan keessan iyyuu bishaan Mariibaa+ isa Qaadesh ishii lafa onaa Ziin keessatti argamtu keessa jiru biratti Israaʼelota gidduutti anaaf amanamoo utuu hin taʼin haftaniittu; isin saba Israaʼel duratti ana hin qulqulleessine.+ 52 Ati biyyattii fagoodhaa ilaalta malee, biyya ani saba Israaʼeliif kennu kanatti hin galtu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi