-
Lakkoofsa 20:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Boodas Yihowaan Musee fi Aaroniin, “Isin ana irratti amantii waan dhabdaniif, saba Israaʼel durattis waan na hin qulqulleessineef, gumii kana gara biyya ani isaaniif kennutti hin galchitan” jedhe.+ 13 Kun bishaan Mariibaa*+ bakka Israaʼelonni Yihowaa itti lolani dha; kanaan kan kaʼes, inni isaan gidduutti qulqulluu taʼuu isaa ni argisiise.
-