Baʼuu 28:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 “Obboleessi kee Aaronii+ fi ilmaan isaa+ Naadaab, Abihuun,+ Eleʼazaarii fi Itaamaar+ luboota akka naa taʼaniif+ Israaʼelota keessaa waami. Leewwota 8:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Aaronii fi ilmaan isaa,+ uffatawwan sana,+ zayitii dibataa,+ jibicha aarsaa cubbuutiif dhihaatu, korbeeyyii hoolaa lamaanii fi guuboo maxinoo sana fudhadhuutii+ 3 guutummaan yaaʼichaa balbala dunkaana walgaʼii irratti akka walitti qabamu godhi.”
28 “Obboleessi kee Aaronii+ fi ilmaan isaa+ Naadaab, Abihuun,+ Eleʼazaarii fi Itaamaar+ luboota akka naa taʼaniif+ Israaʼelota keessaa waami.
2 “Aaronii fi ilmaan isaa,+ uffatawwan sana,+ zayitii dibataa,+ jibicha aarsaa cubbuutiif dhihaatu, korbeeyyii hoolaa lamaanii fi guuboo maxinoo sana fudhadhuutii+ 3 guutummaan yaaʼichaa balbala dunkaana walgaʼii irratti akka walitti qabamu godhi.”