Baʼuu 6:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Aaron Elishebaa ishii intala Aminaadaabii fi obboleettii Naʼaasoon+ taate ni fuudhe. Ishiinis Naadaab, Abihuu, Eleʼazaarii fi Itaamaariin isaaf ni deesse.+ 1 Seenaa Baraa 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ijoolleen* Amraam,+ Aaron,+ Musee+ fi Miiriyaam+ turan. Ilmaan Aaron immoo, Naadaab, Abihuu,+ Eleʼazaarii+ fi Itaamaar+ turan.
23 Aaron Elishebaa ishii intala Aminaadaabii fi obboleettii Naʼaasoon+ taate ni fuudhe. Ishiinis Naadaab, Abihuu, Eleʼazaarii fi Itaamaariin isaaf ni deesse.+
3 Ijoolleen* Amraam,+ Aaron,+ Musee+ fi Miiriyaam+ turan. Ilmaan Aaron immoo, Naadaab, Abihuu,+ Eleʼazaarii+ fi Itaamaar+ turan.