Baʼuu 38:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Museen miʼawwan godoo qulqulluu, jechuunis miʼawwan godoo qulqulluu Dhugaa Baatuu+ sanaa akka galmeeffaman ni ajaje; Leewwonnis+ qajeelfama Itaamaar+ ilma Aaron lubichaa jala taʼanii itti gaafatamummaa kana ni raawwatan. Leewwota 10:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Museenis reʼee aarsaa cubbuutiif+ taʼu sana itti dhimmee barbaade; achiis gubamuu isaa hubate. Kanaafuu, Eleʼazaarii fi Itaamaar warra ilmaan Aaron taʼanii fi lubbuudhaan oolanitti akka malee aaree akkana isaaniin jedhe: 1 Seenaa Baraa 24:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Haa taʼu malee, Naadaabii fi Abihuun abbaa isaanii dura duʼan;+ isaan ilmaan hin qaban turan; Eleʼazaarii+ fi Itaamaar garuu luboota taʼanii tajaajiluu isaanii itti fufan.
21 Museen miʼawwan godoo qulqulluu, jechuunis miʼawwan godoo qulqulluu Dhugaa Baatuu+ sanaa akka galmeeffaman ni ajaje; Leewwonnis+ qajeelfama Itaamaar+ ilma Aaron lubichaa jala taʼanii itti gaafatamummaa kana ni raawwatan.
16 Museenis reʼee aarsaa cubbuutiif+ taʼu sana itti dhimmee barbaade; achiis gubamuu isaa hubate. Kanaafuu, Eleʼazaarii fi Itaamaar warra ilmaan Aaron taʼanii fi lubbuudhaan oolanitti akka malee aaree akkana isaaniin jedhe:
2 Haa taʼu malee, Naadaabii fi Abihuun abbaa isaanii dura duʼan;+ isaan ilmaan hin qaban turan; Eleʼazaarii+ fi Itaamaar garuu luboota taʼanii tajaajiluu isaanii itti fufan.