-
Leewwota 8:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Dhuma irratti zayitii dibataa sana irraa muraasa isaa mataa Aaron irratti dhangalaase; isa qulqulleessuufis isa dibe.+
-
-
Isaayyaas 61:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
61 Hafuurri Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa ana irra jira,+
Sababiin isaas, Yihowaan garraamotaaf misiraachoo akkan labsu na dibeera.+
Warra garaan isaanii cabe* akkan walʼaanu,
Warra boojiʼamaniif bilisa baʼuu akkan labsu,
Ijji hidhamtootaa akka banamus akkan labsu na ergeera;+
-