Isaayyaas 42:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Ilaa, tajaajilaa koo+ isan deggeru! Isan filadhe,+ isan* itti gammadu!+ Ani hafuura koo isa keessa kaaʼeera;+Innis sabootaaf haqa ni fida.+ Maatewos 3:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yesuus erga cuuphamee booda, yeruma sana bishaanicha keessaa ni baʼe; yeroo kanatti samiiwwan ni banaman;+ inni hafuurri Waaqayyoo akka gugeetti* gad dhufee yommuu isa irra buʼu+ ni arge.
42 Ilaa, tajaajilaa koo+ isan deggeru! Isan filadhe,+ isan* itti gammadu!+ Ani hafuura koo isa keessa kaaʼeera;+Innis sabootaaf haqa ni fida.+
16 Yesuus erga cuuphamee booda, yeruma sana bishaanicha keessaa ni baʼe; yeroo kanatti samiiwwan ni banaman;+ inni hafuurri Waaqayyoo akka gugeetti* gad dhufee yommuu isa irra buʼu+ ni arge.