-
Maatewos 11:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yesuusis deebisee akkana isaaniin jedhe: “Dhaqaatii wanta dhagaʼaa jirtanii fi argaa jirtan Yohaannisitti himaa:+ 5 Warri qaro dhabeeyyiin argaa jiru,+ warri naafatan deemaa jiru, warri dhukkuba nadaayiitiin qabaman+ fayyaa jiru, warri gurri isaanii duude dhagaʼaa jiru, warri duʼan duʼaa kaafamaa jiru; hiyyeeyyiidhaafis misiraachoon lallabamaa jira.+
-
-
Hojii Ergamootaa 10:37, 38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Isin cuuphaa Yohaannis lallabe booda, Galiilaadhaa jalqabee guutummaa Yihudaa keessatti wanta odeeffamaa ture beektu;+ 38 waaʼeen Yesuus isa nama Naazireet, Waaqayyo hafuura qulqulluu fi humnaan akkamitti akka isa dibe,+ akkasumas Waaqayyo isaa wajjin waan tureef+ wanta gaarii hojjechaa fi namoota Diyaabilosiin cunqurfaman hundumaa fayyisaa+ biyyattii keessa akka naannaʼe ni odeeffama ture.
-