Baʼuu 29:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Achiis uffatawwan+ sana fuudhiitii, uffata dheeraa sana, qoloo efuudicha jalatti uffatamu, efuudichaa fi kiisii qomaa sana Aaronitti uwwisi; sabbata efuudii isa dhaʼame sanas jabeessitee mudhii isaatti ni hiita.+ Leewwota 8:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Sana booda uffata dheeraa+ sana isatti uwwise; sabbatichas isatti hidhe;+ qoloo sana isatti uwwise;+ efuudichas isa irra kaaʼee+ iddoo isaatii akka hin sochooneef sabbata efuudichaa isa dhaʼame sanaan ni hidhe.+
5 Achiis uffatawwan+ sana fuudhiitii, uffata dheeraa sana, qoloo efuudicha jalatti uffatamu, efuudichaa fi kiisii qomaa sana Aaronitti uwwisi; sabbata efuudii isa dhaʼame sanas jabeessitee mudhii isaatti ni hiita.+
7 Sana booda uffata dheeraa+ sana isatti uwwise; sabbatichas isatti hidhe;+ qoloo sana isatti uwwise;+ efuudichas isa irra kaaʼee+ iddoo isaatii akka hin sochooneef sabbata efuudichaa isa dhaʼame sanaan ni hidhe.+