Baʼuu 40:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Isaan anaaf luboota taʼanii akka tajaajilaniif, akkuma abbaa isaanii dibde isaaniinis dibi;+ dibamuun isaaniis guutummaa dhaloota isaanii keessatti lubummaan akka itti fufu godha.”+
15 Isaan anaaf luboota taʼanii akka tajaajilaniif, akkuma abbaa isaanii dibde isaaniinis dibi;+ dibamuun isaaniis guutummaa dhaloota isaanii keessatti lubummaan akka itti fufu godha.”+