LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 6:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Mallattoon Waaqa isaatiif Naazricha taʼee jiraachaa akka jiru argisiisu mataa isaa irra waan jiruuf, abbaan isaa yookiin haati isaa yookiin obboleessi isaa yookiin obboleettiin isaa yoo duʼan illee inni of hin xureessin.+

  • Lakkoofsa 19:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Namni reeffa namaa kam iyyuu* tuqu hundi guyyaa torbaaf xuraaʼaa ni taʼa.+

  • Lakkoofsa 19:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “‘Namni tokko dunkaana keessatti yommuu duʼu seerri hordofamu kana dha: Namni dunkaanicha keessa seenu hundii fi namni dunkaanicha keessa ture hundi guyyaa torbaaf xuraaʼaa ni taʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi