Leewwota 21:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yihowaan itti fufuudhaan Museedhaan akkana jedhe: “Luboota warra ilmaan Aaron taʼaniin akkana jedhi: ‘Namni kam iyyuu saba isaa gidduudhaa nama* duʼeen of hin xureessin.+ Leewwota 21:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Abbaa isaa yookiin haadha isaa yoo taʼan illee, inni akka of hin xureessineef nama duʼe* kamitti iyyuu hin dhihaatin.+ Lakkoofsa 5:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Nama dhukkuba nadaayiitiin qabame,+ nama dhangalaʼaan qaama isaa keessaa yaaʼuu+ fi nama reeffaan* xuraaʼe kam iyyuu buufaticha keessaa akka baasan Israaʼelota ajaji.+ Lakkoofsa 6:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Haa taʼu malee, akkuma tasaa namni tokko isa biratti yoo duʼee+ fi rifeensa mataa isaa isa Waaqayyoof adda kan baafame taʼuu isaa argisiisu* yoo xureesse, inni guyyaa itti qulqullaaʼutti mataa isaa haa haaddatu.+ Guyyaa torbaffaatti haa haaddatu. Lakkoofsa 9:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yeroo kanatti namoonni reeffa tuquudhaan* xuraaʼan+ jiru turan; kanaan kan kaʼes, isaan guyyaa sanatti aarsaa Faasikaa qopheessuu hin dandeenye. Kanaafuu, namoonni sun guyyaa sanatti Musee fi Aaron duratti dhihaatanii,+ Lakkoofsa 31:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Guyyaa torbaafis buufatichaa ala buufadhaa. Isin keessaas taʼe warra boojitan keessaa, namni nama* ajjeesee fi namni reeffa namaa tuqe+ kam iyyuu guyyaa sadaffaattii fi guyyaa torbaffaatti of haa qulqulleessu.+
21 Yihowaan itti fufuudhaan Museedhaan akkana jedhe: “Luboota warra ilmaan Aaron taʼaniin akkana jedhi: ‘Namni kam iyyuu saba isaa gidduudhaa nama* duʼeen of hin xureessin.+
11 Abbaa isaa yookiin haadha isaa yoo taʼan illee, inni akka of hin xureessineef nama duʼe* kamitti iyyuu hin dhihaatin.+
2 “Nama dhukkuba nadaayiitiin qabame,+ nama dhangalaʼaan qaama isaa keessaa yaaʼuu+ fi nama reeffaan* xuraaʼe kam iyyuu buufaticha keessaa akka baasan Israaʼelota ajaji.+
9 Haa taʼu malee, akkuma tasaa namni tokko isa biratti yoo duʼee+ fi rifeensa mataa isaa isa Waaqayyoof adda kan baafame taʼuu isaa argisiisu* yoo xureesse, inni guyyaa itti qulqullaaʼutti mataa isaa haa haaddatu.+ Guyyaa torbaffaatti haa haaddatu.
6 Yeroo kanatti namoonni reeffa tuquudhaan* xuraaʼan+ jiru turan; kanaan kan kaʼes, isaan guyyaa sanatti aarsaa Faasikaa qopheessuu hin dandeenye. Kanaafuu, namoonni sun guyyaa sanatti Musee fi Aaron duratti dhihaatanii,+
19 Guyyaa torbaafis buufatichaa ala buufadhaa. Isin keessaas taʼe warra boojitan keessaa, namni nama* ajjeesee fi namni reeffa namaa tuqe+ kam iyyuu guyyaa sadaffaattii fi guyyaa torbaffaatti of haa qulqulleessu.+