Lakkoofsa 19:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 “‘Namni xuraaʼee fi of hin qulqulleessine garuu iddoo qulqulluu Yihowaa waan xureesseef gumicha keessaa haa balleeffamu.*+ Bishaan qulqulleessu sun isa irratti waan hin facaafamneef, inni xuraaʼaa dha.
20 “‘Namni xuraaʼee fi of hin qulqulleessine garuu iddoo qulqulluu Yihowaa waan xureesseef gumicha keessaa haa balleeffamu.*+ Bishaan qulqulleessu sun isa irratti waan hin facaafamneef, inni xuraaʼaa dha.