-
Baʼuu 18:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Museenis abbiyyuu isaatiin akkana jedhe: “Ani kana kanan godhu, sabichi Waaqayyoon gaafachuuf utuu wal irraa hin kutin gara koo waan dhufuufi.
-
-
Lakkoofsa 15:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Namoonni utuu inni qoraan funaanuu isa argan sunis gara Musee, gara Aaronii fi gara guutummaa yaaʼichaatti isa fidan.
-
-
Lakkoofsa 27:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Achiis maatiiwwan Minaasee isa ilma Yoseef taʼe keessaa, ijoolleen durbaa Zelofehaad+ isa ilma Hefeer, ilma Giiliyaad, ilma Maakiir, ilma Minaasee taʼe sanaa ni dhihaatan. Maqaan ijoollee durbaa isaa Maahlaa, Noh, Hoglaa, Miilkaa fi Tirzaa ture. 2 Isaanis balbala dunkaana walgaʼii irratti Musee, Eleʼazaar lubicha, ajajjootaa+ fi guutummaa yaaʼichaa dura dhaabbatanii akkana jedhan:
-