Leewwota 21:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yihowaan itti fufuudhaan Museedhaan akkana jedhe: “Luboota warra ilmaan Aaron taʼaniin akkana jedhi: ‘Namni kam iyyuu saba isaa gidduudhaa nama* duʼeen of hin xureessin.+ Leewwota 21:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Abbaa isaa yookiin haadha isaa yoo taʼan illee, inni akka of hin xureessineef nama duʼe* kamitti iyyuu hin dhihaatin.+
21 Yihowaan itti fufuudhaan Museedhaan akkana jedhe: “Luboota warra ilmaan Aaron taʼaniin akkana jedhi: ‘Namni kam iyyuu saba isaa gidduudhaa nama* duʼeen of hin xureessin.+
11 Abbaa isaa yookiin haadha isaa yoo taʼan illee, inni akka of hin xureessineef nama duʼe* kamitti iyyuu hin dhihaatin.+