LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 26:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 “Foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa fi quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame irraa golgaa+ tokko hojjedhu. Isa irrattis bifti kiruubelotaa haa dhaʼamu.

  • Baʼuu 40:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Akkuma Yihowaan Musee ajajetti Taaboticha godoo qulqulluu sanatti ni galche; golgaa+ isaa sanas iddoo isaatti fannisee taabota Dhugaa Baatuu sana golgichaan ni dhokse.+

  • Ibroota 10:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yaa obbolootaa, dhiiga Yesuusiin daandii gara iddoo qulqulluutti+ geessutti galuuf ija jabina* arganneerra; 20 daandiin inni nuuf bane* kun daandii haaraa gara jireenyaatti geessu dha; kana kan godhes golgaa+ sana jechuunis foon isaa keessa darbuudhaani;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi