Hisqiʼel 44:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Dubartii abbaan manaa irraa du’e yookiin dubartii abbaa manaa ishii wajjin wal hiikte fuudhuu hin qaban;+ taʼus durba sanyii Israaʼel taate yookiin dubartii haadha manaa lubaa turtee fi abbaan manaa irraa duʼe fuudhuu ni dandaʼu.’+
22 Dubartii abbaan manaa irraa du’e yookiin dubartii abbaa manaa ishii wajjin wal hiikte fuudhuu hin qaban;+ taʼus durba sanyii Israaʼel taate yookiin dubartii haadha manaa lubaa turtee fi abbaan manaa irraa duʼe fuudhuu ni dandaʼu.’+