-
Leewwota 21:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Dubartii abbaan manaa irraa duʼe, dubartii abbaa manaa ishii wajjin wal hiikte, dubartii xuroofte yookiin dubartii sagaagaltuu taate hin fuudhin; kanaa mannaa, saba isaa keessaa durba haa fuudhu.
-