LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 21:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yihowaan itti fufuudhaan Museedhaan akkana jedhe: “Luboota warra ilmaan Aaron taʼaniin akkana jedhi: ‘Namni kam iyyuu saba isaa gidduudhaa nama* duʼeen of hin xureessin.+

  • Lakkoofsa 19:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Namni reeffa namaa kam iyyuu* tuqu hundi guyyaa torbaaf xuraaʼaa ni taʼa.+

  • Lakkoofsa 19:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Wanti namni xuraaʼaa taʼe sun tuqu kam iyyuu xuraaʼaa ni taʼa; namni* wanta sana tuqus hamma galgalaatti xuraaʼaa ni taʼa.’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi