- 
	                        
            
            Keessa Deebii 14:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
21 “Horii duʼee argame kam iyyuu hin nyaatinaa.+ Nama biyya ormaa magaalota* keessan keessatti argamuuf kennuu ni dandeessu; innis isa nyaachuu ni dandaʼa; yookiin nama biyya ormaatti gurguramuu ni dandaʼa. Sababiin isaas, ati Waaqa kee Yihowaadhaaf saba qulqulluu dha.
“Ilmoo reʼee aannan haadha isaatiin hin affeelin.+
 
 -