LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “Firiiwwan lafa keetii warra jalqaba gaʼanii fi hunda irra caalan gara mana Waaqa kee Yihowaatti fidi.+

      “Ilmoo reʼee aannan haadha isaatiin hin affeelin.+

  • Keessa Deebii 22:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Karaa qarqaratti manʼee simbiraa muka yookiin lafa irra jiruu fi simbirri tokko cuucii yookiin hanqaaquu ishii wajjin keessa jirtu yoo argite, simbirri sunis cuucii ishii yookiin hanqaaquu ishii irra teesseetti yoo taʼe, haadhoo sana cuucii ishii wajjin hin fudhatin.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi