LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 22:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Saʼa yookiin hoolaa tokko ilmoo ishii wajjin guyyaa tokkotti hin qalinaa.+

  • Faarfannaa 145:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yihowaan uumamawwan hundumaatiif gaarii dha,+

      Gara laafinni isaas hojiiwwan isaa hundumaa irratti mulʼata.

  • Fakkeenya 12:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Namni qajeelaan beeladoota isaa* ni kunuunsa,+

      Hamoonni garuu gara laafinni isaanii illee gara jabina dha.

  • Maatewos 10:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Dimbiixiiwwan lama saantima gatii xinnoo qabdu* tokkoon gurguramu mitii? Taʼus, isaan keessaa ishiin tokko illee utuu Abbaan keessan hin beekin lafa irra hin buutu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi